We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.

Bulgicha Nyaachisi! Screenshots

Over Bulgicha Nyaachisi!

Tapha barnootaa Kan ijoolleen akka dubbisuu dandeettu gargaaru!

Bulguu Nyaachisii'n bu'uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!

Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu. Ijoolleen keessan akka baratanii fi milkaawan barbaanna!

Bulgicha Nyaachisii'n 100% bilisa. Takka fe'amnaan, Intarneetni zonde barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-malee CET, Apps Factory, fi Curious Learning jedhamaniin hojjatame.

Iccitummaa:

Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii - Bulgicha Nyaachisi

Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu SIIF IBSA.

HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?

Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keenna Itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa Kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu Kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.

BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?

Daataa hujumaata keessaa hujumaata keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni keenya Itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa Itti daataa kee fayyadamnu hangi tokko isaan ASII gadiiti:

Qo'attoota akkaataa hujumaata barnootaaf Itti fooyyeffamu qo'ataniif ni hirra. Bu'aan qo'annoo kanaa barsiisotaa fi qo'attootaaf Gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.

Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu IRRA taphatamaa baruuf.

BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?

Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban.

Akkaataa Itti Itti fayyadamnu sarvaroota keenyarra keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.

Qo'attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-Galtee gamtummaa Kan poolisii Itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.

QUUNNAMTII

Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo [email protected] irratti nu quunnami.

-----

Feed The Monster leert kinderen de fundamenten van het lezen in Oromo. Verzamel monster eieren en hen voeden letters, zodat ze kunnen uitgroeien tot nieuwe vrienden!

WAT IS FEED THE MONSTER?

Feed The Monster maakt gebruik van beproefde ‘spelen om te leren’ technieken om kinderen te betrekken en hen helpen te leren lezen. Kinderen genieten van het verzamelen en de groeiende huisdier monsters, terwijl het leren lezen fundamentals.

Gratis te downloaden, geen advertenties, geen in app-aankopen!

Alle inhoud is 100% gratis, gecreëerd door geletterdheid non-profitorganisaties Curious Learning, CET, en Apps Factory.

Eigenschappen van het spel naar Reading vaardigheden te bevorderen:

• Leuk en boeiende klanken puzzels

• Brief tracing spellen om lezen en schrijven te helpen

• Woordenschat memoryspelen

• Uitdagende “alleen geluid” levels

• Parental voortgangsverslag

• Multi-gebruikers inloggen voor de individuele gebruiker vooruitgang.

• Inbaar evolvable, en plezier monsters

• Ontworpen om de sociaal-emotionele vaardigheden te bevorderen

• Geen in-app aankopen

• Geen advertenties

• Geen internetverbinding nodig

Door experts is ontwikkeld voor uw kind.

Het spel is gebaseerd op jaren van onderzoek en ervaring in de wetenschap van geletterdheid. Het bevat de belangrijkste vaardigheden voor lezen en schrijven, met inbegrip van fonologisch bewustzijn, Letter Recognition, Phonics, Woordenschat, en Sight Word Reading, zodat kinderen een sterke basis voor het lezen kan ontwikkelen. Gebouwd rond het concept van de zorg voor een verzameling van monsters, is het ontworpen om empathie, doorzettingsvermogen en sociaal-emotionele ontwikkeling van kinderen te stimuleren.

Wat is er nieuw in de nieuwste versie 103

Last updated on Jul 10, 2020

Families policy update.

Vertaling Laden...

Aanvullende SPEL -informatie

Laatste Versie

Verzoek update van Bulgicha Nyaachisi! 103

Geüpload door

Ahmed Eleraky Magiver

Android vereist

Android 4.1+

Available on

Verkrijg Bulgicha Nyaachisi! via Google Play

Meer Info
Talen
Abonneer u op APKPure
Wees de eerste die toegang krijgt tot de vroege release, nieuws en gidsen van de beste Android -games en apps.
Nee bedankt
Aanmelden
Succesvol ingeschreven!
Je bent nu geabonneerd op APKPure.
Abonneer u op APKPure
Wees de eerste die toegang krijgt tot de vroege release, nieuws en gidsen van de beste Android -games en apps.
Nee bedankt
Aanmelden
Succes!
Je bent nu geabonneerd op onze nieuwsbrief.