We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.

Bulgicha Nyaachisi! Capturas de pantalla

Acerca del Bulgicha Nyaachisi!

Tapha barnootaa kan ijoolleen akka dubbisuu dandeettu gargaaru!

Bulguu Nyaachisii’n bu’uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!

Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu. Ijoolleen keessan akka baratanii fi milkaawan barbaanna!

Bulgicha Nyaachisii'n 100% bilisa. Takka fe'amnaan, Intarneetni sin barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-malee CET, Apps Factory, fi Curious Learning jedhamaniin hojjatame.

Iccitummaa:

Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii – Bulgicha Nyaachisi

Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda’an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu siif ibsa.

HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?

Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni Keenna itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.

BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?

Datos Fakkeenyonni akkaataa itti daataa kee fayyadamnu hangi tokko isaan asii gadiiti:

Qo’attoota akkaataa hujumaata barnootaaf itti fooyyeffamu qo’ataniif ni hirra. Bu’aan qo’annoo kanaa barsiisotaa fi qo’attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.

Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu irra taphatamaa baruuf.

BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?

Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban.

Akkaataa itti itti fayyadamnu sarvaroota Keenyarra Keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.

Qo’attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-galtee gamtummaa kan poolisii itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.

QUINNAMTII

Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo [email protected] irratti nu quunnami.

-----

Feed The Monster enseña a los niños los fundamentos de la lectura en oromo. ¡Recoge huevos de monstruos y aliméntalos con letras para que puedan convertirse en nuevos amigos!

¿QUÉ ES FEED THE MONSTER?

Feed The Monster utiliza técnicas comprobadas de "jugar para aprender" para involucrar a los niños y ayudarlos a aprender a leer. Los niños disfrutan coleccionando y cultivando monstruos mascotas mientras aprenden los fundamentos de la lectura.

¡DESCARGA GRATIS, SIN ANUNCIOS, SIN COMPRAS DENTRO DE LA APLICACIÓN!

Todo el contenido es 100% gratuito, creado por las organizaciones sin fines de lucro de alfabetización Curious Learning, CET y Apps Factory.

CARACTERÍSTICAS DEL JUEGO PARA PROMOVER LAS HABILIDADES DE LECTURA:

• Rompecabezas de fonética divertidos y atractivos

• Juegos de trazado de letras para ayudar a leer y escribir

• Juegos de memoria de vocabulario

• Niveles desafiantes de "solo sonido"

• Informe de progreso de los padres

• Inicio de sesión multiusuario para el progreso de cada usuario.

• Monstruos coleccionables, evolutivos y divertidos

• Diseñado para promover habilidades socioemocionales

• Sin compras en la aplicación

• Sin anuncios

• No se necesita conexión a Internet

DESARROLLADO POR EXPERTOS PARA SU HIJO.

El juego se basa en años de investigación y experiencia en la ciencia de la alfabetización. Incorpora habilidades clave para la alfabetización, que incluyen conciencia fonológica, reconocimiento de letras, fonética, vocabulario y lectura de palabras a la vista para que los niños puedan desarrollar una base sólida para la lectura. Construido en torno al concepto de cuidar una colección de monstruos, está diseñado para fomentar la empatía, la perseverancia y el desarrollo socioemocional de los niños.

Novedades de Última Versión 103

Last updated on 10/07/2020

Families policy update.

Traductorio...

Información Adicional de Juego

Última Versión

Solicitar Bulgicha Nyaachisi! Actualización 103

Presentado por

Ahmed Eleraky Magiver

Requisitos

Android 4.1+

Available on

Conseguir Bulgicha Nyaachisi! desde Google Play

Mostrar más
Idiomas
Suscríbete a APKPure
Sé el primero en obtener acceso al lanzamiento anticipado, noticias y guías de los mejores juegos y aplicaciones de Android.
No, gracias
Suscribirme
¡Suscrito con éxito!
Ahora estás suscrito a APKPure.
Suscríbete a APKPure
Sé el primero en obtener acceso al lanzamiento anticipado, noticias y guías de los mejores juegos y aplicaciones de Android.
No, gracias
Suscribirme
¡Éxito!
Ya estás suscrito a nuestro boletín electrónico.