下载 APKPure App
可在安卓获取Bulgicha Nyaachisi!的历史版本
Tapha barnootaa kan ijoolleen akka dubbisuu dandeettu gargaaru!
Bulguu Nyaachisii'n bu'uroota dubbisuu ijoollee barsiisa。Tapha keessatti,ijoolleenkillee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaankilleelee hiriyyoomfatu!
Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu。Tapha假名taphachuun,ijoolleen barnootaan cimoo tahu,akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu。Ijoolleen keessan akka baratanii fi Milkaawan barbaanna!
Bulgicha Nyaachisii'n 100% bilisa。Takka fe'amnaan, Intarneetni sin barbaachisu!Dhaabbiilee barnootaa bu’aa-malee CET,Apps Factory,Fi Curious Learning jedhamaniin hojjatame。
Iccitummaa:
Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii – Bulgicha Nyaachisi
Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne。Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna。Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu siif ibsa。
HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?
Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni enterna itti fayyadamamu baruati baruati jairdtuuOdeeffannoo dhuunfaa kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu。
BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?
Daataa hujumaata keessaa hujumaata enterya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni focusya itti fayyadamamu baruuf sassaabna。Fakkeenyonni akkaataa itti daataa kee fayyadamnu Hangi tokko isaan asii gadiiti:
Qo’attoota akkaataa hujumaata barnootaaf itti fooyyeffamu qo’ataniif ni hirra。Bu’aan qo’annoo kanaa bariisotaa fi qo’attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama。
Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu irra taphatamaa baruuf。
BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?
Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban。
Akkaataa itti itti fayyadamnu sarvaroota enteryarra combineya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu。
Qo’attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-galtee gamtummaa kan poolisii itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu。
昆南二号
Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo [email protected] irratti nu quunnami。
-----
Feed The Monster (喂食怪物) 在奥罗莫教孩子们阅读的基础知识。收集怪物蛋并给它们喂信,这样它们就可以成长为新朋友!
什么是喂食怪物?
Feed The Monster 使用经过验证的“玩来学习”技术来吸引孩子们并帮助他们学习阅读。孩子们在学习阅读基础知识的同时,喜欢收集和培育宠物怪物。
免费下载,无广告,无应用内购买!
所有内容100%免费,由扫盲非营利组织Curious Learning、CET和Apps Factory创建。
提升阅读技能的游戏功能:
• 有趣且引人入胜的拼读拼图
• 帮助阅读和写作的字母追踪游戏
• 词汇记忆游戏
• 具有挑战性的“纯声音”级别
• 家长进度报告
• 多用户登录以获取单个用户的进度。
• 可收集、可进化且有趣的怪物
• 旨在提升社交情感技能
• 无应用内购买
• 无广告
• 无需网络连接
由专家为您的孩子开发。
该游戏基于对识字科学的多年研究和经验。它融合了识字的关键技能,包括语音意识、字母识别、语音、词汇和视觉单词阅读,因此孩子们可以为阅读打下坚实的基础。它围绕着照顾一系列怪物的概念而设计,旨在鼓励儿童的同理心、毅力和社会情感发展。
Last updated on 2020年07月10日
Families policy update.
Bulgicha Nyaachisi!
(Afaan Oro103 by Curious Learning Org
2020年07月10日