We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa Screenshots

Over Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa balinaan kan offkessatti qabate.

Hunda dura faaruun tan Rabbii guddaati, kitaaba kana akkan qopheesu kan itti na kaasee naaf laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa kana Afaan Oromootti akkan hiiku wanni itti na kaase, duula Aaqiidaa Islaamaa balleessuu, kan tuutti Ahbaasha ja’amtu biyya teenyatti ytiooammaa yi aqiidaa Islaamaa tan dhugaa akka baratanii ifiirraa dura dhaabbattan yaadeti, hanga dandeetti kiyyatti, warri beekkumsa qaban hedduun na dura hojjii gurguddoo hojjataa jiran ammooo gama kitaaba rammoena kamyamami Duuba anis kitaaba xiqqaa faayidaa guddaa qabu kana Rabbiin gargaarsifadhee, hiikkaa fi ibsa Isaa Afaan Oromootiin barreessuuf tattaafi godheetin jira, akka namni Afaan kana dubbisuu danda’u irraa fayyadamee namoota birouf fayyaya Dubbiin akkuma Sheek Mikaa’iil Husseen manzuumaa isaa keessatti ja’e: Gama yaada kooti hogguun dabaruu Rakkoo diin Islaam dadhabe sabaruu Na dursees nama hedduu yaale garuu Anis waa Isaanirra hin caalu garuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu Gauu

Fedhiin te Muslimtoon haa als baruu ... Rabbiin kitaaba kanarraa warra fayyadamu nu haa godhu, akkuma Afaan Arabaatiin irra fayyadamanitti.

 Kitaaba kana yeroon qopheesu warra yaadaan na cinaa dhaabbattan hunda galatoomfachuu fedha, keessaa ammo akka addatti sheeka kiyya sheek Muhammad Waadoo, obbollessa kiyya Muhammad Ahmad (looshee) qabeenyaa fi yaadaan kan na bira dhaaba kana kaba MuhammadKamaal Iisaa (Ifaa Diina Islaamaa) fi Sheek Abdurahman Shariif Ali (Abuu Sumayyaa), bilbilaan gaafii tiyya naaf deebisaa kan turan Sheek MuhamadSaanii (jawwaabaa) fi Sheek Zabuur dhumarratti haadha manaaaaaaaaaaaaaaaaaaiaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa keessan Rabbiin galata keessan jannata haa godhu. Dhumarratti wanniin ja’u hiikkaa kitaaba kanaa keessatti Afaan Oromoo kaniin beekun barreesse, Akkuma Afaan biroo keessatti loqodni adda addaa jiru, Oromiffaanis loqoda adda addaa qaba, kuni guddina Afaan sanii agarsiisa malee xiqitieen malei xiqeen

Ammas ani hiikkaan kitaaba kanaa dogongorra irraa qulqulli yaada ja’u hin qabu, kanaaf namni dogongora arge, yoo sirreesee na beeksise nin galatoomfadha.

Namni kitaaba kana dubbiftan akka araaramaa fi Rahmata Rabbii naaf kadhatan isin gaafadha.

Rabbiin warra haqaaf tumsu nu haa godhu.

Nagaya fi Faaruun Ergamaa isaa Muhammad irratti haa jiraatu.

Jaafar Bayaan

Walumaa galattii kitabichii wa'ee Maqaa fi Sifaa Rabii ilaalchisee Quraanaa fi Hadiisaan qofaa deebii gahaa nuuf kan laatu dha. Rabbiin waan dubbisneen ittii fayyadamaa nuu haa godhu.

Wat is er nieuw in de nieuwste versie 3.0

Last updated on Nov 29, 2022

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Vertaling Laden...

Aanvullende APP -informatie

Laatste Versie

Verzoek update van Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa 3.0

Geüpload door

देवा देवकर

Android vereist

Android 4.0.3+

Meer Info
Talen
Abonneer u op APKPure
Wees de eerste die toegang krijgt tot de vroege release, nieuws en gidsen van de beste Android -games en apps.
Nee bedankt
Aanmelden
Succesvol ingeschreven!
Je bent nu geabonneerd op APKPure.
Abonneer u op APKPure
Wees de eerste die toegang krijgt tot de vroege release, nieuws en gidsen van de beste Android -games en apps.
Nee bedankt
Aanmelden
Succes!
Je bent nu geabonneerd op onze nieuwsbrief.