Hisnul Muslim Afaan Oromoo


10.0
3.0 bởi K Technologies
Jun 29, 2023 Phiên bản cũ

Về Hisnul Muslim Afaan Oromoo

Hisnul Muslim Afaan Oromoo Kitaaba Azkaaraa

Hisunul Muslim kitaaba Azkaara Afaan Oromoo kan bilbila (mobaayila) harkaaf hojjatameedha. Du'aa fi Zikiriilee yeroo adda addaatti jedhaman bifa ammayyaawaan kan của keessatti qabateedha. Hisnul Muslim Afaan Oromoo buufadhaa itti faayyadamaa.

● Zikrii Ganamaafi Galagalaa

● Yeroo Huccuu uffatan

● Yeroo Wuduu'a godhatan

● Yeroo Masjiida deeman, Yeroo seenan fi Yeroo bahan.

● Yeroo Mana fincaanii seenanifi bahan

● Yeroo Hirriiba

● Yeroo Aazaanaa

● Yeroo Salaataa

● Yeroo Qur'aanaa

● Wayita Rakkoo

● Du'aa'ii Ijoolleedhaf

● Dhukkubsataa

● Du'a / Janaazaa

● Qilleensa / Rooba

● Soomaafi Baatii

● Nyaataaf Dhugaatii

● Fuudhaaf Heeruma

● Hajjii fi Umraa

● Axxiffoo

● Imala fi kkk .. của keessaa qaba.

Thông tin thêm Ứng dụng

Phiên bản mới nhất

3.0

Được tải lên bởi

Nguyễn Đức Trung

Yêu cầu Android

Android 4.4+

Available on

Báo cáo

Gắn cờ là không phù hợp

Hiển thị nhiều hơn

Use APKPure App

Get Hisnul Muslim Afaan Oromoo old version APK for Android

Tải về

Use APKPure App

Get Hisnul Muslim Afaan Oromoo old version APK for Android

Tải về

Hisnul Muslim Afaan Oromoo Thay thế

Xem thêm từ K Technologies

Phát hiện