Utubaa Amantaa Ortodoksii


2.3 przez Kemekol
Jun 25, 2025 Stare wersje

O Utubaa Amantaa

Gaafii Qabduu? Ortodoksiin Deebii Qabdi - Utubaa Amantaa (ዓምደ ሃይማኖት)

Imala amantii keessan aplikacja Keessan Utubaa Amantaa jedhuun Amantoota Ortodoksii Tewaahidoo Itiyoophiyaa jalqabaa. Gaafiiwwan yeroo hin qabneef deebii yeroo barbaaddan gadi fageenya barsiisa Ortodoksii keessa lixuu:

Tak, eenyu?

Yesuus Waaqadhaa?

Maaliif fannoo irratti du'e?

Ortodoksiin Maariyaam Haadha Waaqayyoo fi qulqulloota ni waaqeffatuu?

Qulqulloonni eenyu?

Manneen amantaa Ortodoksii keessatti hiikni fakkiiwwan maali?

Gaafiiwwan kanaa fi kanneen biroo waltajjii bal'aa Keeya irratti qoradhaa. Appiin Keelya ifa qajeelchaa ta'ee tajaajila, ifaafi gara laafinaan gaaffii gadi fagoo Pirootestaantoota, Muslimoota, fi warra deebii jireenyaa barbaadaniif kaasa.

Appiin Keenya Yeroo Yeroon Update Waan Argatuuf Hawaasa Keenya Walin Wal Qunnamtii qabaadhaa. Fayyadamtoonni amantaa Ortodoksii fi Deebii Ergamootaa irratti hubannoo gadi fagoo yeroo barbaadan qabeenya dabalataa akka qoratan ni jajjabeessina.

Ortodoksiin Deebii Qabdi ( ኦርቶዶክስ መልስ አላት ) ሐዋርያዊ መልሶች | Odpowiedzi Apostolskie |

Co nowego w najnowszej wersji 2.3

Last updated on Jun 28, 2025
Content Updated

Dodatkowe informacje APLIKACJA

Ostatnia Wersja

2.3

Przesłane przez

Giorgi Burjaliani

Wymaga Androida

Android 5.0+

Available on

Raport

Oznacz jako nieodpowiednie

Pokaż więcej

Use APKPure App

Get Utubaa Amantaa old version APK for Android

Pobierz

Use APKPure App

Get Utubaa Amantaa old version APK for Android

Pobierz

Utubaa Amantaa Alternatywa

Zdobądź wiecej z Kemekol

Odkryć