Use APKPure App
Get Hisnul Muslim Afaan Oromoo old version APK for Android
Hisnul muzułmański Afaan Oromoo Kitaaba Azkaaraa
Hisunul Muslim kitaaba Azkaara Afaan Oromoo kan bilbila (mobaayila) harkaaf hojjatameedha. Du'aa fi Zikiriilee yeroo adda addaatti jedhaman bifa ammayyaawaan kan z keessatti qabateedha. Hisnul muzułmański Afaan Oromoo buufadhaa itti faayyadamaa.
● Zikrii Ganamaafi Galagalaa
● Yeroo Huccuu uffatan
● Yeroo Wuduu'a godhatan
● Yeroo Masjiida deeman, Yeroo seenan fi Yeroo bahan.
● Yeroo Mana fincaanii seenanifi bahan
● Yeroo Hirriiba
● Yeroo Aazaanaa
● Yeroo Salaataa
● Yeroo Qur'aanaa
● Wayita Rakkoo
● Du'aa'ii Ijoolleedhaf
● Dhukkubsataa
● Du'a / Janaazaa
● Qilleensa / Rooba
● Soomaafi Baatii
● Nyaataaf Dhugaatii
● Fuudhaaf Heeruma
● Hajjii fi Umraa
● Axxiffoo
● Imala fi kkk .. of keessaa qaba.
Last updated on Jan 28, 2025
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Przesłane przez
بنو محمود
Wymaga Androida
Android 5.0+
Kategoria
Raport