Use APKPure App
Get Gorsa Afurtama old version APK for Android
Gorsa Afurtama kan ittiin mana sirreessan
Aplikacja kana keessatti gorsa afurtama (40) kan ittiin mana sirreessan kan mana hundaaf haalaan barbaachisaa taheetu qophaayee jira.
Yaa nama gaarii dubbiftu! deebiin kee kunooti. Gorsa sagantaa kanaan wal ilaallatutu jira; Rabin ittiin fayyaduufi qabsoon ilmaan Islaamaa bifa haaraadhaan ergaa mana Muslimaa haaromsuu kaasee erguutu kajeelama.
Gorsoonni kun waa lama irra naanna’a: wantoota bu’a qabeessa argamsiisuudha; inni immoo gaariitti ajajuudha. Yookiin immoo badii dhabamsiisuudha; inni immoo waan dhorgamaa ta’e deemsisuudha.
Last updated on May 1, 2024
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Przesłane przez
Thanh Viet
Wymaga Androida
Android 5.0+
Kategoria
Raport
Gorsa Afurtama
10.0 by K Technologies
May 1, 2024