Qormaataa fi Leenjii Konkolaac


4.0 door Ethiomapps
Feb 28, 2021 Oude versies

Over Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa of kessatti qabate.

Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf Kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu Namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa waltai kafa ti galafa hafa kaa haafu. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.

Aanvullende SPEL -informatie

Laatste Versie

4.0

Geüpload door

Ko Min Gyi

Android vereist

Android 4.1+

Melden

Rapporteer als ongepast

Meer Info

Use APKPure App

Get Qormaataa fi Leenjii Konkolaac old version APK for Android

Downloaden

Use APKPure App

Get Qormaataa fi Leenjii Konkolaac old version APK for Android

Downloaden

Games zoals Qormaataa fi Leenjii Konkolaac

Krijg meer van Ethiomapps

Ontdekken