Use APKPure App
Get Ibsaa Jireenyaa old version APK for Android
Ibsaa Jireenyaa est la lumière de la vie qui vise à montrer à l'humanité le chemin du bonheur
Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan de la coura "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, indonésien iran iran iran iran iran ira goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, le peuple sammuu fi ija bani, le joueur milamaa'u fi gammachuu argatu taatati.
Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbististaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:
-Barruulee mallattoo ‘Save’ tuquun boodarra “Barruu olkaa’ame” keessaa offline dubbisuu
-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki vu depuis aplikeeshini kana irratt argachuu
-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa “Recherche” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu
-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (partager gochuu) fi kan biroo
Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.
Cliquez sur le lien suivant pour en savoir plus: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.
Last updated on Dec 14, 2018
Converting sammubani.com to app
Telechargé par
بسام حمص
Nécessite Android
Android 4.0.3+
Catégories
Signaler
Ibsaa Jireenyaa
(Jireenya Badh16.03 by sammubani
Dec 14, 2018