از برنامه APKPure استفاده کنید
نسخه قدیمی APK Kaayyoo Hajjii را برای اندروید بگیرید
کایو حاجی هیکیکا آفاان اوروموتیین
برنامه kayyoo hajjii jedhamu kuni irra filatamaa waayee hikmaa hajjii keessatti qopheeffame keessa isa tokko. Rabbiin kan qopheesseefii kan hiike isaan lameenuu irraa haa jaalatu ، jannataanis galata haa galchuuf. Akkasumas gulaallee maxxansaafii karaa interneetiinis raabsinee akka ummata keenya bira gayu goonee jirra. Rabbiin nurraa haa qeebaluu. Ummata keenyaa hundaan keessaattu dargaggootaafii barattootaan barumsa Kaayyoo Hajjii kana akka dubbistanii irraa barattan isinii dhaamsa dabarsina. Jaarraan jirru jaarraa beekkomsaa ، saayinsiifii teeknoloojii waan taheef barnoota islaamaarratti akka jjajjabaattan isiniin jenna.Last updated on 03/04/2023
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
بارگذاری شده توسط
Joe Enders
نیاز به اندروید
Android 4.4+
دسته بندی
گزارش
Kaayyoo Hajjii
6.0 by K Technologies
03/04/2023