Usar la aplicación APKPure
Obtener Qormaataa fi Leenjii Konkolaac versión histórica en Android
Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa de kessatti qabate.
Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irratia hiikusumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irratia dehiikulati garati durae hagara itrati dabae garaa itrati gaarao haduraa itrati Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.Presentado por
Ko Min Gyi
Requisitos
Android 4.1+
Categoría
Usar la aplicación APKPure
Obtener Qormaataa fi Leenjii Konkolaac versión histórica en Android
Usar la aplicación APKPure
Obtener Qormaataa fi Leenjii Konkolaac versión histórica en Android