Usar la aplicación APKPure
Obtener Hiibboo fi Deebii versión histórica en Android
Hiibboo Deebii sirrii waliin (acertijos con respuestas)
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan 'beekte ykn argatte' jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isaanii itti fufu.
Last updated on 28/01/2025
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Presentado por
นฤพล สาโดด
Requisitos
Android 5.0+
Categoría
Reportar
Hiibboo fi Deebii
8.0 by K Technologies
28/01/2025