Usar la aplicación APKPure
Obtener Arkaana iimaanaa (Utubaalee) versión histórica en Android
Arkaana ykn Utubaalee iimaanaa jahan
Iimaanaa dabalachuuf ni carraaqna. Garuu ma'anaa (hiika) isaa ni beeknaa? Dhugumatti, iimaanaa jechuun maal jechuudhaa? Iimaanni qalbii qofa irratti daangeeffamuu danda'aa? Namni hiika iimaanaa madda sirrii irraa yoo beeke fi hojii irra oolche, jireenya gammachuu fi mi'aawa jiraata. Sababni isaas, namni mi’aa iimaanaa argate, jireenya tasgabboofte jiraataa. Mi’aa iimaanaa dhandhamuuf hiika isaa beeku fi hojii irra oolchuf tattaafachuu qabnaa miti ree?
Maarree kanuma sababeeffachuun moosaajii bilbila harkaa Utubaalee ykn Arkaana iimaanaa jahan (6) bal'inaan ibsu isiniif dhiheessinee jirra. Rabbiin warra irraa baratee wal barsiisuu isin haa taasisuu.
Last updated on 25/01/2025
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Presentado por
Julio Sba Sihuen Huanca
Requisitos
Android 5.0+
Categoría
Reportar
Arkaana iimaanaa (Utubaalee)
8.0 by K Technologies
25/01/2025