Use APKPure App
Get Afaan Oromoo Writing Practice old version APK for Android
Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Afan Oromo Writing Praxis mit Oromo Worte
Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin kuni waluumagalatti, dandeettiiwwan afaanii Afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.
Appi kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna!
Appi kana Ilaalaa, installieren godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
Bitte bewerten Sie unsere App im Google Play Store.
Danke für das Herunterladen,
OROMNET Software und Anwendungsentwicklung, Nekemte, Äthiopien
Last updated on Aug 14, 2024
Minor bug fixes
Von hochgeladen
Adis Adi Ado
Erforderliche Android-Version
Android 5.0+
Kategorie
Bericht
Afaan Oromoo Writing Practice
3.81 by OromNet Software and Application Development
Aug 14, 2024