Usar o APKPure APP
Obter o APK da versão antiga de Qormaataa fi Leenjii Konkolaac para Android
Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa de kessatti qabate.
Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii. Hangaan dhalataa biyyaa kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef appii kana keessatti gafilee fillanno, dhugaa fi soba akkassumas mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun itti galcheati galcheati gabalai kobalai garaful itti galcheati garabalai iti galcheati garaful iti galcheati garaful iti galcheati garaaful iti galcheati gabalai gabalaofu iti gabalaofu iti gabalaofu iti gabalaofu iti gabalaofu iti galcheaff iti galcheati. Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani, gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama tokko emeelii kiyyaan bitneta@gmail.com na-qunnamaa galatoomaa.Enviado por
Ko Min Gyi
Requer Android
Android 4.1+
Categoria
Usar o APKPure APP
Obter o APK da versão antiga de Qormaataa fi Leenjii Konkolaac para Android
Usar o APKPure APP
Obter o APK da versão antiga de Qormaataa fi Leenjii Konkolaac para Android