Usar o APKPure APP
Obter o APK da versão antiga de Oromummaafi Islaamummaa para Android
Dhimma Oromummaafi Islaamummaa
Dhimmi Oromoofi Muslimoota ilaallatu Itoophiyaa keessatti dirree qabsoo qorattootaafi gulaaltotaa baay'ee barbaaduudha. Sababni isaas dirreen kun lamaan qaama isaan qoratee dharaafi dhugaa, cubbuufi haqa adda baasu, kan qaawwa barreessitoonni wallaalumaanis ta'ee beekaa irra utaaluudhaan uuman duuchuufi dhugaa isaan jallisan qajeelchu gaafata. kanarraa ka'uun mosaajii Oromummaafi Islaamummaa jedhu kana keessatti dhimmoota garaa garaa bal'inaan kan ilaallu taha.Last updated on Sep 22, 2023
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Enviado por
Phạm Bi
Requer Android
Android 4.4+
Categoria
Relatório
Oromummaafi Islaamummaa
5.0 by K Technologies
Sep 22, 2023