Usar o APKPure APP
Obter o APK da versão antiga de Hiibboo fi Deebii para Android
Hiibboo Deebii sirrii waliin (enigmas com respostas)
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
Last updated on Jan 28, 2025
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Enviado por
นฤพล สาโดด
Requer Android
Android 5.0+
Categoria
Relatório
Hiibboo fi Deebii
8.0 by K Technologies
Jan 28, 2025