Use APKPure App
Get Oromo Islamic Books old version APK for Android
Kitaabban Amantii Islaamaa Nama Barsiisan fi Hubachiisan
Moosaajin kun Kitaabban Afaan Oromootin Amantii islaamaa Nama Barsiisan fi hubachiisan hedduu kan of kesessi qabateedha. Namni fedhii dubbisuu qabu kamuu تحميل godhee itti faayyadamuu ni danda'a.
Kitaabota Moosajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:
● العقيدة تي قباضو
● أزكاري حصن المسلم
● برنطة الصلاة
● برنطة دوبارتي مسلمة
● عقيدة اهلوسنا والجماعة
● ارجاء توكو قوفة!
● هندي أفرن
● زكاء في سومانة
● سيرة حجي في عمرة
● قيسيشة في شيخة
● تفسير الجوز عمامة في تباركا
Kanneen malee Kitaabonni birootis keessatti ni argamu .. isiniis kitaabota Moosaajii kana iratti nuuf haa dabalamuu jettan Karaa teessoo keenyatiin nuun gahuu dandeessu.
Kitaaboota kana kan walitti qabee bifa kanaan qopheesse obboleessa keessan abdulwasi dha. Barreessitoonni kitaabaa hundi Galata qabu. الحاخام Mindaa keessan isiniif haa deebisuu Jazakamullaahu Keyran
Last updated on 27/10/2023
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
محمل
Ziad M. Ososs
Android متطلبات النظام
Android 5.0+
الإبلاغ